YEROO HUNDA HIN DAGATINAA
YEROO HUNDA HIN DAGATINAA•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Akkuma beekamu wayyaanen basaasota ishee oromiyaa guutuu irratti bobbaasudhaan yakka shororkeessummaa geggeessaa jirti.ta'us garuu milkaawuuf carraa hin arganne.kana ilaalchisee waan tokko jechuun barbaada.1) Duula amma wayyaanen oromiyaa irratti labsaa jirtu sirnaan of irraa ittisuuf wantootni ta'uu qaban:-A) Finfinnee Dabalatee Naannoolee Oromiyaa Hunda Keessatti Eegumsi Cimaan Taasifamuu Qaba.B) Keessumaayyuu Bakka Namootni Keenya Itti Wal Gahan Mana Bunaas Ta'ee Bakka Cidhaas Yoo Ta'e Namootni Keenya Of Eeggannoo Isaanii Cimsuu Fii Nama Shakkan Irratti Atattamaan tarkaanfii irratti fudhachuuC) Hoteelota Oromoo Gurguddaa Finfinnee Fii Naannoo Oromiyaa hunda irratti kan xiyyeeffate waan jiruuf naannoo sana irrattis of eeggannoon gahaa ta'e taasisuun barbaachisaadha.D) Naannoo Namoootni Ittttti Baayyatan Kan Akka Buufata Konkolaataa Hunda Of Eeggannon Socho'u2) Tigroota Oromiyaa Keessa Jiraatan Keessumaayyuu Warra Oromiyaa Keessatti Dhalatan Hunda Sochii Isaanii Yeroo Hunda To'annoo Ijaa Jalaa Akka Hin Baane Taasisuu.4) Lammii Tigree Ollaa Keessan Jiru Sochiin Isaa Maal Akka Ta'e To'achuu Fii Keessummoota Isaani Bira Dhufan Eenyufaa Akka Ta'an Addaan Baasanii Beekuu.5) Tooftaan Wayyaanen Itti Gargaaramaa Turte Fii Jirtu Namoota Rakkataa Fii Maraattuu Fakkaatan Yennaa Ta'u Amma Garuu Bifa Jijjiirrachuu Waan Dandeessuf Tigree Ta'ee Nama Sooressa Fakkaatee Deemus Shakkuu Fii Poolisii Naannoo Itti Waamanii Sakatta'uu QALBEEFFADHAA•••••••••••••••••••••••••••••••••••Oromoon saba kamiyyuu hin jibbu garuu fira fakkaatanii rakkataa fakkaatanii oromoo duguuguf karoorri isaanii baayyee baldhaa waan ta'eef of eegun barbaachisaadha.Lubbuun Abbaan Hin Eegganne Waaree Hin Geessu Sababa Ta'eefkeessumattuu Naannoo Bashannanaas Haa…